1 Namni ifannaa baayʼee booddee
2 Yommuu namni qajeelaan aangoo qabatutti, sabni ni ililcha;
3 Namni ogummaa jaallatu abbaa isaa gammachiisa;
4 Mootiin murtii qajeelaadhaan biyyaaf nagaa buusa;
5 Namni ollaa isaa jaju,
6 Namni hamaan cubbuu ofii isaatiin qabama;
7 Namni qajeelaan mirga hiyyeessaatiif dhaabata;
8 Qoostonni magaalaa jeequ;
9 Yoo ogeessi gowwaa wajjin mana murtii dhaqe,
10 Namoonni dhiiga dheebotan, nama amanamaa jibbu;
11 Gowwaan guutumaan guutuutti aariitti of kenna;
12 Yoo bulchaan tokko soba dhaggeeffate,
13 Hiyyeessaa fi namni nama cunqursu waan kanaan wal fakkaatu:
14 Yoo mootiin tokko wal qixxummaadhaan // hiyyeeyyiif murtii kenne,
15 Ulee fi ifannaan ogummaa kennu; daaʼimni akkasumatti
16 Yommuu hamoonni aangoo qabatan, cubbuutu baayʼata;
17 Ilma kee adabadhu, inni nagaa siif kenna;
18 Iddoo mulʼanni hin jirretti sabni gad dhiisii taʼa;
19 Garbichi dubbii afaanii qofaan hin sirreeffamu;
20 Ati nama jarjarsuun dubbatu argitee?
21 Nama garbicha ofii isaa // ijoollummaa isaatii jalqabee qanansiisu,
22 Namni aaru lola kakaasa;
23 Of tuulummaan namaa isuma gad deebisa;
24 Namni hattuu wajjin qooddatu lubbuu ofii isaa jibba;
25 Nama sodaachuun kiyyoo namatti taʼa;
26 Namni hedduun bulchaa biratti surraa argachuu barbaada;
27 Qajeelaan sobduu xireeffata;