1 Namni hamaan utuu namni tokko iyyuu isa hin ariʼin baqata;
2 Biyya fincilu keessa bulchitoota hedduutu jira;
3 Bulchaan hiyyeessa hacuucu tokko
4 Warri seera didan hamoota jaju;
5 Jalʼoonni murtii qajeelaa hin hubatan;
6 Sooressa karaan isaa jalʼaa taʼe mannaa
7 Namni seera eegu ilma ogeessa;
8 Namni dhalaa fi hiiqiidhaan qabeenya isaa guddifatu kam iyyuu,
9 Nama seeraaf gurra kennuu didu kam iyyuu,
10 Namni nama tolaa karaa jalʼaa irra adeemsisu kam iyyuu
11 Namni sooressi ogeessa of seʼa;
12 Yeroo namni qajeelaan moʼatutti gammachuu guddaatu taʼa;
13 Namni cubbuu ofii dhokfatu hin milkaaʼu;
14 Namni yeroo hunda Waaqayyoon sodaatu eebbifamaa dha;
15 Namni hamaan hiyyeeyyii bulchu,
16 Bulchaan akka malee nama cunqursu hubannaa hin qabu;
17 Namni yakki dhiiga namaa dhangalaasuu isa irra jiru,
18 Namni adeemsi isaa mudaa hin qabne nagumaan jiraata;
19 Namni lafa isaa qotatu nyaata guddaa argata;
20 Namni amanamaan eebba quufa;
21 Nama wal caalchisuun gaarii miti;
22 Namni waa kajeelu sooromuuf jarjara;
23 Namni nama ifatu dhuma irratti
24 Namni abbaa yookaan haadha isaa saamee,
25 Namni wayitti gaggabu lola kakaasa;
26 Namni of amanatu gowwaa dha;
27 Namni hiyyeessaaf kennu waan tokko illee hin dhabu;
28 Yeroo namni hamaan aangoo qabatutti // namoonni ni dhokatu;