1 Jecha Aguur ilma Yaaqee.
2 Ani dhugumaan doofaa nama hundaa gadii ti;
3 Ani ogummaa hin baranne yookaan beekumsa
4 Eenyutu samiitti ol baʼee deebiʼee dhufe?
5 “Dubbiin Waaqaa hundinuu hirʼina hin qabu;
6 Dubbii isaatti homaa hin dabalin;
7 “Yaa Waaqayyo ani wantoota lama sin kadhadha;
8 Gowwoomsaa fi soba narraa fageessi;
9 Yoo kanaa achii ani akka malee quufee si ganee
10 “Garbicha tokko gooftaa isaa biratti hin hamatin,
11 “Dhaloota abbaa isaa abaaru
12 dhaloota qulqulluu of seʼu,
13 dhaloota iji isaa akka malee of tuulu,
14 dhaloota hiyyeeyyii lafa irraa fixuuf
15 “Dhulaandhulli intallan,
16 isaanis Siiʼool,
17 “Ija abbaatti qoosu,
18 “Wantoonni akka malee na dinqisiisan sadiitu jira;
19 Karaan risaa samii irra,
20 “Karaan ejjituu kana:
21 “Lafti waan sadii jalatti hollatti;
22 Garbicha mootii taʼu,
23 dubartiin jibbamte yeroo dhirsa argattu,
24 “Wantoonni xixinnoon afur lafa irra jiru;
25 Goondaawwan tuuta jabina hin qabnee dha;
26 osoleewwan uumamawwan humna hin qabnee dha;
27 hawwaannisni mootii hin qabu;
28 loccuun harkaan qabamuu dandeessi;
29 “Wantoota deemsa tolan sadiitu jira;
30 Leenca bineensa hunda keessaa jabaa, kan waan tokko illee sodaatee duubatti hin deebine;
31 korma indaanqoo kan kooraa deemu,
32 “Ati yoo of jajuudhaan gowwoomte,
33 Akkuma aannan raasuun dhadhaa baasu,