1 Jecha Lemuuʼeel mootichaa kan haati isaa isa barsiifte:
2 “Maali yaa ilma ko, maali yaa ilma gadameessa ko,
3 humna kee dubartoota irratti,
4 “Yaa Lemuuʼeel, wanni kun moototaaf hin malu;
5 kunis akka isaan dhuganii waan seerri jedhu dagatanii
6 Warra baduuf jiraniif dhugaatii cimaa,
7 isaan dhuganii hiyyummaa isaanii haa irraanfatan;
8 “Warra ofii isaaniitiif dubbachuu hin dandeenyeef,
9 Afaan kee banadhu; murtii qajeelaas kenni;
10 Niitii amala gaarii qabdu eenyutu argachuu dandaʼa?
11 Dhirsi ishee guddisee ishee amanata;
12 Isheen bara jireenya ishee guutuu
13 Isheen suufii fi quncee talbaa barbaaddee
14 Isheen akkuma doonii daldalaatti
15 Isheen utuu lafti hin bariʼin hirribaa kaatee
16 Isheen lafa qotiisaa hubattee ilaaltee bitti;
17 Isheen jabinaan mudhii ishee hidhattee
18 Isheen akka daldalli ishee buʼaa qabu hubatti;
19 Mukni itti jirbii maran harka ishee keessa jira;
20 Isheen hiyyeessaaf harka hiixatti;
21 Yoo cabbiin buʼe illee isheen maatii isheetiif hin yaaddoftu;
22 Isheen wayyaa siree dhaʼatti;
23 Dhirsi ishee yommuu karra magaalaa dura,
24 Isheen wayyaa quncee talbaa dhooftee gurgurti;
25 Isheen jabinaa fi ulfina uffatti;
26 Afaan ishee ogummaadhaan banatti;
27 Isheen mana ishee toʼatti;
28 Ijoolleen ishee kaʼanii, eebbifamtuu jedhuun;
29 “Dubartoonni hedduun waan gaarii hojjetu;
30 Simboon nama gowwoomsa; miidhaginnis ni darba;
31 Buʼaa harka ishee kennaafii;