Eclesiastes 1

GAZ

1 Dubbii lallabaa ilma Daawit, isa Yerusaalem keessaatti mootii taʼe sanaa:

2 Lallabichi, “Faayidaa hin qabu!

3 Namni hojii isaa kan aduudhaa gaditti

4 Dhaloonni ni dhufa; dhaloonni ni darba;

5 Biiftuun ni baati; biiftuun ni lixxi;

6 Bubbeen gara kibbaatti bubbisa;

7 Lagni hundi galaanatti yaaʼa;

8 Wanni hundinuu hamma namni tokko

9 Wanni duraan ture ammas ni taʼa;

10 Wanni namni tokko, “Ilaa! Wanni kun haaraa dha”

11 Namoonni bara durii hin yaadataman;

12 Ani Lallabaan, Yerusaalem keessatti mootii Israaʼelin ture.

13 Ani waan samii gaditti hojjetame hunda ogummaadhaan quʼadhee qoradhee bira gaʼuuf of kenneen ture. Waaqni baʼaa ulfaataa akkamii nama irra kaaʼe!

14 Ani waan aduudhaa gaditti hojjetame hunda argeera; hundi isaanii iyyuu faayidaa hin qaban; kun akkuma nama bubbee ariʼuu ti.

15 Wanni jalʼifame tokko deebiʼee hin qajeelfamu;

16 Anis akkana jedheen yaade; “Kunoo, ani nama anaan dura Yerusaalemin bulchaa ture kam iyyuu caalaa guddadhee ogummaas dabaladheera; ani muuxannoo ogummaatii fi beekumsaa guddaa argadheera.”

17 Kanaafuu ani ogummaa, maraatummaa fi gowwummaa hubachuufin of kenne; garuu ani akka wanni kunis bubbee ariʼuu taʼe nan baradhe.

18 Ogummaa guddaa keessa gadda baayʼeetu jiraatii;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado