1 Waaqayyoof galata galchaa; maqaa isaas waammadhaa;
2 Isaaf faarfadhaa; faarfannaadhaan isa galateeffadhaa;
3 Maqaa isaa qulqulluu sanaan boonaa;
4 Waaqayyoo fi humna isaa barbaaddadhaa;
5 Dinqii inni hojjete,
6 isin tajaajiltoonni isaa, warri sanyii Abrahaam taatan,
7 Inni Waaqayyo Waaqa keenya;
8 Inni kakuu isaa bara baraan,
9 inni kakuu Abrahaam wajjin gale,
10 Kanas Yaaqoobiif seera,
11 “Ani biyya Kanaʼaan
12 Isaan yeroo lakkoobsaan xinnoo turanitti,
13 sabaa gara sabaatti, mootummaa tokkoo gara
14 Inni akka namni tokko iyyuu isaan cunqursu hin eeyyamne;
15 “Dibamtoota koo hin tuqinaa;
16 Inni beela biyyattiitti waame;
17 innis Yoosef namicha akka garbaatti
18 Isaan foncaadhaan miilla isaa luqqisan;
19 hamma wanni inni duraan dursee dubbate guutamutti
20 Mootiin nama ergee gad isa dhiisise;
21 Mootichis mana isaa irratti ajajaa,
22 kanas akka inni akkuma fedhetti qondaaltota isaa gorsuuf,
23 Israaʼel biyya Gibxi dhaqe;
24 Waaqayyo saba isaa akka malee baayʼise;
25 innis akka isaan saba isaa jibbanii fi
26 Waaqnis Musee tajaajilaa isaatii fi
27 Isaanis jara gidduutti mallattoo isaa,
28 Inni dukkana ergee biyyattii dukkaneesse;
29 Inni bishaanota isaanii dhiigatti geeddaree
30 Fatteen biyya isaanii guutee
31 Inni dubbannaan tuunni tisiisaatii fi
32 Inni qooda bokkaa cabbii isaaniif roobse;
33 wayinii isaaniitii fi muka harbuu isaanii balleesse;
34 Inni dubbannaan hawwaannisnii fi
35 isaanis biqiltuu biyya jaraa hunda nyaatan;
36 Ergasii inni hangafa biyya isaanii hunda,
37 Akka sabni Israaʼel meetii fi warqee baadhatee baʼu godhe;
38 Israaʼeloonni baanaan warri Gibxi gammadan;
39 Inni akka gaaddisaatti duumessa isaan irra qabe;
40 Isaan kadhannaan inni dimbiriqqee kenneef;
41 Innis kattaa bane; bishaanis keessaa gad dhangalaʼe;
42 Inni waadaa isaa qulqulluu,
43 Inni saba isaa gammachuun,
44 inni biyya ormootaa isaaniif kenne;
45 kanas akka isaan sirna isaa eeganii