1 Haalleluuyaa.
2 Eenyutu hojii Waaqayyoo jabaa sana labsuu,
3 Warri jabeessanii murtii qajeelaa eegan,
4 Yaa Waaqayyo, yommuu saba keetti faara toltutti na yaadadhu;
5 akka ani badhaadhummaa filatamtoota keetii arguuf,
6 Nu akkuma abbootii keenyaa cubbuu hojjenneerra;
7 Abbootiin keenya yeroo biyya Gibxi keessa turanitti,
8 Taʼus inni akka humni isaa guddaan sun beekamuuf,
9 Inni Galaana Diimaa ifate; galaanichis ni goge;
10 Harka amajaajii isaanii keessaa isaan baase;
11 Bishaanonni diinota isaanii liqimsan;
12 Ergasii isaan dubbii isaa amananii
13 Isaan garuu yommusuma waan inni hojjetee ture dagatan;
14 Gammoojjii keessatti dharraa hamaadhaan guutaman;
15 Kanaafuu inni waan isaan kadhatan kenneef;
16 Isaan qubata keessatti Musee fi
17 Lafti afaan banattee Daataanin liqimsite;
18 Duuka buutoota isaanii gidduutti ibiddi bobaʼe;
19 Isaan Kooreebitti jabbii tolfatan;
20 Isa Ulfina isaanii taʼe sana,
21 Waaqa isaan fayyise,
22 Dinqii inni biyya Haam keessatti hojjete,
23 Kanaafuu utuu filatamaan isaa Museen
24 Isaanis biyya namatti tolu sana tuffatan;
25 Dunkaanota isaanii keessatti ni guunguman;
26 Kanaafuu inni akka gammoojjii keessatti
27 sanyii isaanii akka saboota gidduutti gatu,
28 Isaan Baʼaal Pheʼooritti of kennanii
29 Hojii isaanii hamaa sanaan // Waaqayyoon dheekkamsaaf kakaasan;
30 Garuu Fiinehaas kaʼee gidduu seennaan
31 Kunis dhalootaa hamma dhalootaatti,
32 Isaan bishaan Mariibaa biratti akka Waaqayyo aaru godhan.
33 sababii isaan Hafuura Waaqaatti fincilaniif
34 Isaan akka Waaqayyo isaan ajajetti,
35 isaan garuu ormootatti makamanii
36 Waaqota isaanii tolfamoo,
37 Ilmaan isaaniitii fi intallan isaanii
38 Isaanis dhiiga warra balleessaa hin qabnee,
39 Isaan waanuma hojjetaniin of xureessan;
40 Kanaafuu Waaqayyo saba isaatti aare;
41 Inni dabarsee ormootatti isaan kenne;
42 Diinonni isaanii isaan cunqursan;
43 Inni yeroo baayʼee isaan baraare;
44 Inni garuu yommuu iyya isaanii dhagaʼetti,
45 isaaniif jedhee kakuu isaa yaadate;
46 Inni akka warri isaan boojiʼan hundinuu
47 Yaa Waaqayyo, Waaqa keenya nu oolchi;
48 Waaqayyo, Waaqa Israaʼeliitiif,