Salmos 107

GAZ

1 Waaqayyoof galata galchaa; inni gaariidhaatii;

2 Warri Waaqayyo isaan fure,

3 warri inni biyya gara garaatii,

4 Isaan keessaa tokko tokko gammoojjii goggogaa keessa jooran;

5 Isaan ni beelaʼan; ni dheebotanis;

6 Isaan rakkina isaanii keessatti Waaqayyotti iyyatan;

7 Inni hamma isaan magaalaa keessa jiraachuu dandaʼan gaʼanitti

8 Isaan sababii jaalala isaa kan hin geeddaramne sanaatii fi

9 inni warra dheebotan dheebuu baasee

10 Isaan keessaas tokko tokko sibiilaan hidhamanii rakkachaa,

11 isaan dubbii Waaqaatti fincilanii

12 Kanaafuu inni dabarsee hojii dadhabsiisaatti isaan kenne;

13 Isaan rakkina isaanii keessatti Waaqayyotti iyyatan;

14 Inni dukkanaa fi dimimmisa keessaa isaan baase;

15 Isaan sababii jaalala isaa kan hin geeddaramne sanaatii fi

16 inni balbalawwan naasii caccabsee

17 Isaan keessaa tokko tokko cubbuu mataa isaaniitiin gowwooman;

18 Isaan nyaata gosa kamii iyyuu balfanii

19 Rakkina isaanii keessatti Waaqayyotti iyyatan;

20 Inni dubbii isaa ergee isaan fayyise;

21 Isaan sababii jaalala isaa kan hin geeddaramne sanaatii fi

22 Aarsaa galataa haa dhiʼeessan;

23 Isaan keessaa tokko tokko dooniidhaan galaana irra deemanii

24 Isaanis hojii Waaqayyootii fi

25 Inni dubbatee bubbee jabaa

26 Isaan samiitti ol baʼanii tuujubatti gad buʼan;

27 Akka nama machaaʼee daddarbatamanii gatantaran

28 Isaan rakkina isaanii keessatti Waaqayyotti iyyatan;

29 Inni akka dambaliin sun qabbanaaʼuuf

30 Isaan waan dambalii fi dhaʼaan galaanaa sun calʼisaniif ni gammadan;

31 Isaan sababii jaalala isaa kan hin geeddaramne sanaatii fi

32 Waldaa namootaa keessatti isa haa leellisan;

33 Innis lagoota gammoojjii taasisee

34 sababii hammina warra achi jiraataniitiif,

35 Gammoojjii kuusaa bishaaniitti,

36 inni akka warri beelaʼan achi jiraatan godhe;

37 Lafa qotiisaa isaanii facaafatanii wayiniis ni dhaabbatan;

38 Inni isaan eebbise; baayʼina isaaniis akka malee dabale;

39 Yeroo isaan cunqursaadhaan, rakkinaa fi

40 inni namoota bebeekamoo irratti tuffii roobsee

41 Inni garuu rakkattoota dhiphina isaanii keessaa baase;

42 Qajeeltonni waan kana arganii ililchu;

43 Ogeessi kam iyyuu waan kana yaadatti haa qabatu;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado