1 Yaa Waaqi, garaan koo hin raafamu; ani nan faarfadha;
2 Yaa kiraaraa fi baganaa dammaqaa!
3 Yaa Waaqayyo, ani saboota gidduutti galata siif nan galcha;
4 Jaalalli kee guddaa dha; samiiwwanis caalaa ol dheeraadhaatii;
5 Yaa Waaqi, ati samiiwwaniin olitti ol ol jedhi;
6 Akka warri ati jaallattu furamaniif,
7 Waaqni iddoo qulqullummaa isaatii akkana jedhee dubbateera:
8 Giliʼaad kan koo ti; Minaaseenis kan koo ti;
9 Moʼaab caabii dhiqannaa koo ti;
10 Eenyutu magaalaa jabeeffamtee ijaaramtetti na fida?
11 Yaa Waaqi kan nu gatte,
12 Diina keenya of irraa dhowwuu nu gargaar,
13 Nu Waaqa wajjin ni moʼanna;