Salmos 104

GAZ

1 Yaa lubbuu ko, Waaqayyoon eebbisi.

2 Ati akkuma wayyaa ifa uffatta;

3 Dareeraa diinqa isaa bishaanota irra buufta.

4 Inni ergamoota isaa hafuurota,

5 Inni lafa hundee ishee irra dhaabeera;

6 Ati akkuma wayyaatti tuujubaan ishee haguugde;

7 Ati ifannaan bishaanonni baqatan;

8 Isaan tulluuwwan irraan dhangalaʼan;

9 Akka isaan deebiʼanii lafa hin haguugneef

10 Akka burqaawwan sululoota keessa yaaʼan goota;

11 Isaan bineensota bakkee hundaaf bishaan kennu;

12 Simbirroonni samii bishaanota biratti mandhee ijaarratan;

13 Inni mana isaa kan olii irraa tulluuwwan bishaan obaafta;

14 Inni lafa irraa nyaata kennuuf jedhee looniif marga,

15 akka daadhiin wayinii garaa nama gammachiisu,

16 Mukkeen Waaqayyoo,

17 Simbirroonni achitti mandhee isaanii ijaarratu;

18 Tulluuwwan dhedheeroon daʼoo reʼee diidaa ti;

19 Inni akka jiʼi waqtiilee gargar qoodu godha;

20 Ati dukkana uumta; halkanis ni taʼa;

21 Leenci saafelli waan nyaatu barbaadee aada;

22 Isaan yommuu biiftuun baatutti walitti qabamu;

23 Namni gara hojii isaatti,

24 Yaa Waaqayyo, hojiin kee akkam baayʼee dha!

25 Galaanni guddaa fi balʼaan kun,

26 Dooniiwwan as irra deddeebiʼu;

27 Akka ati nyaata isaanii yeroo barbaachisuutti isaaniif kennituuf,

28 Yeroo ati isaaniif kennitutti,

29 Yeroo ati fuula kee dhokfattutti,

30 Yeroo ati Hafuura kee ergitutti isaan ni uumamu;

31 Ulfinni Waaqayyoo bara baraan haa jiraatu;

32 inni ilaallaan lafti hollatte;

33 Bara jireenya koo guutuu ani Waaqayyoof nan faarfadha;

34 Irra deddeebiʼee yaaduun koo isa haa gammachiisu;

35 Cubbamoonni lafa irraa haa badan;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado