Salmos 103

GAZ

1 Yaa lubbuu ko, Waaqayyoon eebbisi;

2 Yaa lubbuu koo Waaqayyoon eebbisi;

3 Inni cubbuu kee hundumaa siif dhiisa;

4 jireenya kee boolla irraa ni baraara;

5 akka dargaggummaan kee akkuma risaa haaromfamuufis,

6 Waaqayyo warra cunqurfaman

7 Inni karaa isaa Museetti,

8 Waaqayyo gara laafessaa fi arjaa dha;

9 Inni yeroo hunda hin dheekkamu;

10 inni akka cubbuu keenyaatti nu hin adabne;

11 Akkuma samiiwwan lafa irraa ol fagaatan sana,

12 akkuma baʼi biiftuu lixa biiftuu irraa fagaatu,

13 Akkuma abbaan ijoollee isaatiif garaa laafu,

14 inni akka nu itti uumamne ni beekaatii;

15 Barri namaa akkuma margaa ti;

16 inni yeroo bubbeen itti bubbisutti ni bada;

17 Jaalalli Waaqayyoo garuu bara baraa hamma bara baraatti

18 warra kakuu isaa eeganitti,

19 Waaqayyo teessoo isaa samii keessa dhaabbateera;

20 Isin ergamoonni isaa, warri ajaja isaa eegdan jajjaboon,

21 Raayyaan isaa hundinuu, isin tajaajiltoonni isaa

22 Uumamawwan bulchiinsa isaa

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado