Provérbios 1

GAZ

1 Fakkeenya Solomoon Ilma Daawit, mootii Israaʼel:

2 Ogummaa fi qajeelfama qabaachuudhaaf,

3 ogummaadhaan jiraachuudhaan, qajeelummaadhaan,

4 warra waa hin beekneef of eeggannoo kennuudhaaf,

5 ogeeyyiin dhaggeeffatanii barumsa isaanii irratti waa haa dabalatan;

6 kunis fakkeenyaa fi hiikkaa,

7 Waaqayyoon sodaachuun jalqaba ogummaa ti;

8 Yaa ilma ko, gorsa abbaa keetii dhaggeeffadhu;

9 Wanni kun mataa kee miidhagsuudhaaf gonfoo,

10 Yaa ilma ko, yoo cubbamoonni sossobanii

11 Yoo isaan, “Nu wajjin kottu;

12 kottu akkuma awwaalaa jiraatti isaan liqimsinaa;

13 nu waan gatii qabu kan gosa hundaa ni arganna;

14 ixaa kee nu wajjin buufadhu;

15 yaa ilma ko, ati isaan wajjin hin deemin;

16 miilli isaanii cubbuutti ariifataatii;

17 Utuma simbirroonni hundi arganuu,

18 Namoonni kunneen dhiiguma ofii isaanii riphanii eeggatu;

19 Kun dhuma warra qabeenya karaa hamaadhaan argamu duukaa buʼan hundaa ti;

20 Ogummaan karaa irratti guddiftee iyyiti;

21 Isheen fiixee daandii irraa iyyiti;

22 “Isin warri homaa hin beekne

23 Mormii koo qalbeeffadhaa;

24 Garuu sababii isin yeroo ani isin waametti diddanii

25 waan isin gorsa koo hunda tuffattanii

26 anis badiisa keessanitti nan kolfa,

27 yeroo balaan akkuma bubbeetti isin fudhatutti,

28 “Yeroo sana isaan na waammatu; ani garuu isaan jalaa hin owwaadhu;

29 Isaan waan beekumsa jibbanii

30 waan gorsa koo fudhachuu didanii

31 isaan gatii karaa isaanii ni nyaatu;

32 Gowwoota waa dagachuutu isaan balleessaatii;

33 namni na dhaggeeffatu kam iyyuu garuu nagaadhaan jiraata;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado