1 Yaa ilma ko, yoo ati dubbii koo fudhattee
2 yoo ati gurra kee ogummaatti garagalfattee
3 yoo ati jabaattee qalbeeffannaa barbaaddee
4 yoo ati akkuma meetiitti isa barbaaddattee
5 ati Waaqayyoon sodaachuu ni hubatta;
6 Waaqayyo ogummaa namaa kennaatii;
7 Inni qajeeltotaaf ogummaa dhugaa kuusa;
8 inni daandii tolootaa ni eega;
9 Ergasii ati qajeelummaa fi murtii qajeelaa,
10 Ogummaan garaa kee seena;
11 Qalbeeffannaan si eega;
12 Ogummaan karaa hamootaa irraa,
13 warra karaa dukkanaa irra deemuudhaaf jedhanii
14 warra waan hamaa hojjechuutti gammadan,
15 warra daandiin isaanii jalʼate,
16 Ogummaatu dubartii ganda labee,
17 niitii dhirsa ishee kan jalqabaa dhiiftee
18 Manni ishee gara duʼaatti, karaan ishee immoo
19 Namni gara ishee dhaqu tokko iyyuu hin deebiʼu
20 Kanaafuu ati karaa namoota gaggaarii irra ni deemta;
21 Toloonni biyyattii keessa ni jiraatuutii;
22 hamoonni garuu biyyattii keessaa ni balleeffamu;