1 Haalleluuyaa.
2 Hojiiwwan isaa jajjaboo sanaaf isa leellisaa;
3 Malakata afuufuudhaan isa galateeffadhaa;
4 dibbeedhaan shuubbisaatii isa jajadhaa;
5 Kilillee sagalee qabuun isa jajadhaa;
6 Wanni hafuura baafatu hundinuu Waaqayyoon haa jajatu.
GAZ