1 Yaa Waaqi gab hin jedhin;
2 Diinonni kee akkam akka kakaʼan,
3 Isaan saba keetti daba karoorfatu;
4 Isaanis, “Kottaa akka maqaan Israaʼel lammata hin yaadatamneef,
5 Isaan yaada tokkoon walii galu;
6 isaanis dunkaanota Edoom, Ishmaaʼeeloota,
7 Gebaal, Amoonii fi Amaaleq,
8 Warri Asooriis, ilmaan Looxiitiif irree jabaa
9 Ati akkuma Midiyaanin goote,
10 isaan Eendooritti dhumanii
11 Gurguddoota isaanii akka Hereebiitii fi Zeʼeeb,
12 isaan warra, “Kottaa, lafa tika Waaqaa fudhannee
13 Yaa Waaqa ko, akka awwaara bubbeen fudhatuu,
14 Akkuma ibiddi bosona balleessu,
15 atis akkasuma aarii keetiin isaan gugsi;
16 Yaa Waaqayyo, akka isaan maqaa kee barbaaddataniif,
17 Isaan yeroo hunda qaanaʼanii haa dhiphatan;
18 Isaan akka ati kan maqaan kee Waaqayyo taʼe sun qofti,