1 Yaa Waaqayyoo Waan Hunda Dandeessu,
2 Lubbuun koo oobdiiwwan Waaqayyoo hawwiti;
3 Yaa Waaqayyoo Waan Hunda Dandeessu,
4 Warri mana kee keessa jiraatan eebbifamoo dha;
5 Warri sirraa jabina argatan,
6 Isaan yommuu Sulula Baakaa keessa darbanitti,
7 Isaan hamma Xiyoon keessatti fuula Waaqaa duratti mulʼatanitti,
8 Yaa Waaqayyo, Waaqa Waan Hunda Dandeessu, // kadhannaa koo dhagaʼi;
9 Yaa Waaqayyo, gara gaachana keenyaa ilaali;
10 Guyyaa kuma tokko iddoo biraa jiraachuu irra,
11 Waaqayyo Waaqni aduu fi gaachanaatii;
12 Yaa Waaqayyoo Waan Hunda Dandeessu,