Salmos 82

GAZ

1 Waaqni, waldaa waaqotaa gidduu dhaabata;

2 “Isin hamma yoomiitti seera jalʼiftu?

3 Dadhabdootaa fi ijoollee abbaa hin qabneef murtii qajeelaa kennaa;

4 Warra dadhabaa fi rakkattoota baraaraa;

5 “Isaan homaa hin beekan; homaa illee hin hubatan.

6 “Anis, ‘Isin, “waaqota;”

7 Taʼus isin akkuma namatti ni duutu;

8 Yaa Waaqi kaʼi; lafatti muri;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado