Salmos 77

GAZ

1 Ani gargaarsaaf gara Waaqaatti nan iyyadhe;

2 Yeroo rakkina kootiitti Gooftaa nan barbaaddadhe;

3 Yaa Waaqi, ani yommuun si yaadadhu nan aada;

4 Ati akka iji koo hin dunuunfanne goote;

5 Ani waaʼee bara durii,

6 ani halkaniin faarfannaa koo nan yaadadhe.

7 “Gooftaan bara baraan nama gataa?

8 Araarri isaa bara baraan badee?

9 Waaqni arjoomuu irraanfateeraa?

10 Anis, “Harki mirgaa kan Waaqa Waan Hundaa Olii

11 Ani hojii Waaqayyoo nan yaadadha;

12 Ani waan ati hojjette hunda irra deddeebiʼee nan yaada;

13 Yaa Waaqi, karaan kee qulqulluu dha.

14 Ati Waaqa hojii dinqii hojjettuu dha;

15 Irree kee cimaadhaan saba kee,

16 Yaa Waaqi, bishaanonni si argan;

17 Duumessi bishaan gad dhangalaase;

18 Bakakkaan kee bubbee hamaa keessaa dhagaʼame;

19 Daandiin kee galaana keessa,

20 Ati harka Museetii fi harka Arooniin,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado