Salmos 78

GAZ

1 Yaa saba ko, barsiisa koo dhagaʼaa;

2 Ani fakkeenyaan afaan koo nan banadha;

3 Kunis waanuma nu dhageenyee fi waanuma nu beeknu,

4 Nus waan kana ijoollee isaanii duraa hin dhoksinu;

5 Inni Yaaqoobiif sirna dhaabe;

6 kunis akka dhaloonni itti aanu beeku,

7 Yoos isaan Waaqa amanatu;

8 Isaan akka abbootii isaanii,

9 Namoonni Efreem xiyya qabatanii turan;

10 Isaan kakuu Waaqaa hin eegne;

11 Isaan hojii inni hojjete,

12 Inni fuula abbootii isaanii duratti,

13 Inni galaana gargar qoodee gidduun isaan dabarse;

14 Guyyaa duumessaan, halkan guutuu immoo

15 Inni gammoojjii keessatti kattaa dayyaasee

16 Kattaa keessaa burqaa burqisiisee

17 Isaan garuu gammoojjii keessatti Waaqa Waan Hundaa Oliitti fincilan;

18 Isaan nyaata dharraʼanii, “Fidi” jechuudhaan

19 Akkana jedhanii Waaqa hamatan;

20 Inni kattaa rukunnaan bishaan humnaan keessaa burqe;

21 Waaqayyo yommuu waan kana dhagaʼetti baayʼee aare;

22 isaan Waaqa hin amananneetii;

23 Inni garuu samii gubbaatiif ajaja kenne;

24 akka isaan nyaataniif mannaa gad roobseef;

25 Namoonni buddeena ergamoota Waaqayyoo nyaatan;

26 Inni akka bubbeen baʼa biiftuu samii keessaa bubbisu godhe;

27 Foon akkuma awwaaraatti, simbirroota barrisanis

28 Innis akka isaan qubata isaanii keessatti

29 Isaanis nyaatanii quufan;

30 Garuu utuu isaan nyaata dharraʼan sana hin quufin,

31 dheekkamsi Waaqaa isaanitti dhufe;

32 Isaan waan kana hunda irra darbanii cubbuu hojjechuutti fufan;

33 Kanaafuu inni akka barri isaanii faayidaa malee darbu,

34 Yeroo Waaqni isaan ajjeese kamitti iyyuu, // isaan isa barbaaddatan;

35 Akka Waaqni Kattaa isaanii taʼe,

36 Isaan garuu afaan isaaniitiin isa saadan;

37 garaan isaanii isaaf amanamaa hin turre;

38 Inni garuu araara qabeessa waan taʼeef,

39 Innis akka isaan nama duʼa hin oolle,

40 Isaan hammam gammoojjii keessatti isatti fincilanii

41 Isaan ammumaa amma Waaqa qoran;

42 Isaan humna isaa yookaan guyyaa inni itti

43 Guyyaa inni itti biyya Gibxi keessatti mallattoo isaa,

44 Inni lageen isaanii dhiigatti geeddare;

45 Innis tuuta tisiisaa kan isaan balleessu,

46 Midhaan isaanii ilmaan hawwaannisaatiif,

47 Muka wayinii isaanii cabbiidhaan,

48 Loon isaanii cabbiif,

49 Inni ergamoota badiisa fidan isaanitti erguudhaan

50 Inni aarii isaatiif daandii qopheesse;

51 Hangafoota Gibxi hunda,

52 Saba isaa garuu akkuma nama bushaayee bobbaasuutti achii baase;

53 Inni nagaadhaan isaan geggeesse; // kanaafuu isaan homaa hin sodaanne;

54 Innis gara daarii biyya isaa qulqulluutti,

55 Inni ormoota isaan duraa ariʼe;

56 Isaan garuu Waaqa qoran;

57 Akkuma abbootii isaanii duubatti deebiʼan; amanamuus ni didan;

58 Isaan iddoowwan sagadaa isaanii kanneen gaarran irraatiin isa aarsan;

59 Waaqnis yeroo isaan dhagaʼetti akka malee dheekkame;

60 Innis iddoo jireenya isaa kan Shiiloo keessaa,

61 Humna isaa boojuutti,

62 Saba isaa dabarsee goraadeef kenne;

63 Dargaggoota isaanii ibiddatu fixe;

64 luboonni isaanii goraadeedhaan dhuman;

65 Gooftaanis akkuma waan hirribaa dammaquutti,

66 Inni diinota isaa rukutee duubatti deebise;

67 Dunkaanota Yoosef ni tuffate;

68 inni garuu gosa Yihuudaa,

69 Mana qulqullummaa isaa akka samii ol dheeraatti,

70 Inni Daawit garbicha isaa ni filate;

71 akka inni saba isaa Yaaqoobin,

72 Daawitis garaa qajeelaadhaan isaan tikse;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado