Salmos 76

GAZ

1 Yihuudaa keessatti Waaqni beekamaa dha;

2 Dunkaanni isaa Saalem keessa,

3 Innis achitti xiyya bobaʼuu fi gaachana, goraadee fi

4 Ati ifa uffattee miidhagdeerta;

5 Gootonni boojiʼamaniiru;

6 Yaa Waaqa Yaaqoob, ifannaa keetiin fardeenii

7 Siʼi qofatu sodaatamuu qaba.

8 Ati samii irraa murtii kennite;

9 yaa Waaqi, wanni kunis yommuu ati murtii kennuudhaaf,

10 Dheekkamsi ati namatti dheekkamtu dhugumaan ulfina siif fida;

11 Waaqayyo Waaqa keessaniif wareegaa; wareegichas guuttadhaa;

12 Inni hafuura bulchitootaa ni cabsa;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado