1 Yaa Waaqi, nu si galateeffanna;
2 Ati akkana jetta; “Ani yeroo murteeffame nan filadha;
3 Yommuu laftii fi sabni ishee hundi raafamanitti,
4 Ani of tuultotaan akkana nan jedha; ‘Of hin jajinaa.’
5 Gaanfa keessan samiitti hin kaasinaa;
6 Ulfinni baʼa biiftuutii yookaan lixa biiftuutii
7 Garuu kan murtii kennu Waaqa;
8 Harka Waaqayyoo keessa,
9 Ani garuu bara baraan waan kana nan labsa;
10 Gaanfa hamoota hundaa nan caccabsa;