Salmos 74

GAZ

1 Yaa Waaqi, ati maaliif bara baraan nu gatte?

2 Saba ati dur filatte,

3 Tarkaanfii kee gara waan bara baraan diigameetti qajeelfadhu;

4 Diinonni kee iddoo qulqulluu kee keessatti bookkisan;

5 Isaan nama bosona keessatti muka muruuf

6 Isaanis waan soofame hunda,

7 Isaan mana qulqullummaa kee guban;

8 Garaa isaanii keessatti, “Nu guutumaan guutuutti // isaan barbadeessina!” jedhan.

9 Mallattoon dinqii nuu hin kennamne;

10 Yaa Waaqi, hamma yoomiitti diinni sitti qoosa?

11 Ati maaliif harka kee, harka kee mirgaa dachaafatta?

12 Yaa Waaqi, ati durumaa jalqabdee mootii koo ti;

13 Situ humna keetiin galaana gargar qoode;

14 Situ mataa Lewaataan caccabsee nyaata godhee

15 Situ burqaawwanii fi bishaan yaaʼuuf karaa bane;

16 Guyyaan kan kee ti; halkanis keetuma;

17 Situ daarii lafaa hunda dhaabe;

18 Yaa Waaqayyo, akkamitti akka diinni sitti qoosu,

19 Lubbuu gugee keetii dabarsitee bineensa bosonaatti hin kennin;

20 Kakuu kee eegi;

21 Warri cunqurfaman qaanaʼanii duubatti hin deebiʼin;

22 Yaa Waaqi kaʼi; dubbii kees falmadhu;

23 Dhaadachuu diinota keetii, bookkisuu diina keetii

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado