Salmos 73

GAZ

1 Dhugumaan Waaqni Israaʼeliif,

2 Ani garuu miilli koo gufachuu gaʼee,

3 Ani yommuun badhaadhummaa hamootaa argetti,

4 Isaan hin dhiphatan;

5 Rakkinni nama biraatti dhufu isaanitti hin dhufu;

6 Kanaafuu of tuulummaan faaya morma isaanii ti;

7 Iji isaanii coomee alatti dhiibama;

8 Isaan ni qoosu; hamminas ni dubbatu;

9 Afaan isaanii samii falmata;

10 Kanaafuu sabni gara isaaniitti dachaʼee

11 Isaanis, “Waaqni akkamitti beekuu dandaʼaa?

12 Egaa namoonni hamoon akkana;

13 Yoos ani akkasumaan garaa koo qulqullinaan eeggadhee

14 Ani guyyaa guutuu dhaʼameera;

15 Ani utuu, “Akkana nan dubbadha” jedhee jiraadhee

16 Garuu yommuu ani waan kana hunda hubachuu yaaletti,

17 Kunis hamma ani iddoo qulqullummaa Waaqaa seenutti ture;

18 Dhugumaan ati iddoo mucucaataa irra isaan dhaabde;

19 Isaan akkamiin guutumaan guutuutti sodaadhaan fudhatamanii

20 Akkuma abjuun yeroo namni hirribaa dammaqutti taʼu sana,

21 Yommuu lubbuun koo gadditee

22 ani gowwaa fi wallaalaan ture;

23 Taʼus ani yeroo hunda si wajjinan jira;

24 Ati gorsa keetiin na qajeelchita;

25 Ani samii keessaa eenyunan qaba?

26 Foon koo fi onneen koo dadhabuu dandaʼu;

27 Warri sirraa fagoo jiran ni badu;

28 Akka ani yaadutti garuu Waaqatti dhiʼaachuun gaarii dha;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado