1 Yaa Waaqi, murtii kee mootiidhaaf,
2 Innis saba keetiif qajeelummaadhaan murteessa;
3 Tulluuwwan badhaadhummaa,
4 Inni hiyyeeyyii saba keessa jiraataniif ni falma;
5 Namoonni hamma aduun jiraattuu fi hamma jiʼi jiraatutti,
6 Inni akkuma bokkaa marga haamame irratti roobuu,
7 Bara isaa keessa qajeelummaan ni daraara;
8 Innis galaanaa hamma galaanaatti,
9 Warri gammoojjii keessa jiraatan fuula isaa duratti ni sagadu;
10 Mootonni Tarshiishii fi mootonni
11 Mootonni hundinuus isaaf ni sagadu;
12 Inni nama rakkatee gara isaatti iyyu,
13 Nama dadhabaa fi rakkataaf garaa lafa;
14 Lubbuu isaaniis hacuuccaa fi cunqursaa jalaa ni fura;
15 Umuriin isaa haa dheeratu;
16 Lafa irratti midhaan akka malee haa baayʼatu;
17 Maqaan isaa bara baraan haa jiraatu;
18 Inni kophaa isaa waan dinqii hojjetu,
19 Maqaa isaa ulfaataa sanaaf bara baraan galanni haa taʼu;
20 Kadhannaan Daawit ilma Isseey as irratti xumurame.