Salmos 71

GAZ

1 Yaa Waaqayyo, ani kooluu sitti galeera;

2 Qajeelummaa keetiin na baasi; na oolchis;

3 Ati kattaa ani kooluu itti galu,

4 Yaa Waaqa ko, harka nama hamaa,

5 Yaa Waaqayyo Gooftaa, ati abdii kootii;

6 Ani gaafan dhaladhee jalqabee sitti irkadheera;

7 Ani namoota baayʼeedhaaf mallattoo taʼeera;

8 Afaan koo guyyaa guutuu,

9 Yeroo ani dulloomutti ati na hin gatin;

10 Diinonni koo natti mariʼatuutii;

11 Isaanis, “Waaqni isa dhiiseera;

12 Yaa Waaqi, narraa hin fagaatin;

13 Warri na himatan qaanaʼanii haa badan;

14 Ani garuu yeroo hundumaa abdii qaba;

15 Ani yoo hammam akka inni gaʼu beekuu baadhe illee,

16 Yaa Waaqayyo Gooftaa, ani dhufee

17 Yaa Waaqi, ati ijoollummaa kootii jalqabdee na barsiifteerta;

18 Yaa Waaqayyo, yeroo ani dulloomee mataan koo arrii taʼutti illee,

19 Yaa Waaqi, qajeelummaan kee samiiwwan bira gaʼa;

20 Ati rakkinaa fi dhiphina baayʼee na argisiifteerta;

21 Ulfina koo ni guddifta;

22 Yaa Waaqa ko, ani amanamummaa keetiif,

23 Yommuu ani faarfannaa galataa siif faarfadhutti, hidhiin koo,

24 Warri na miidhuu barbaadan,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado