Salmos 49

GAZ

1 Yaa namoota, isin hundi waan kana dhagaʼaa;

2 xinnaa fi guddaan, sooressii fi hiyyeessi walumaan

3 Afaan koo dubbii ogummaa dubbata;

4 Gurra koo gara mammaaksaatti nan qabadha;

5 Bara rakkinaa, yeroo gowwoomsitoonni hamoon

6 Isaan qabeenya isaanii amanatu;

7 Namni lubbuu nama gara biraa furu,

8 furiin lubbuu namaa gatii guddaa qabaatii;

9 silaa inni bara baraan ni jiraata;

10 Akka ogeeyyiin duʼan namni hundinuu ni arga;

11 Isaan yoo lafa maqaa isaaniitiin waamamtu qabaatan illee,

12 Namni garuu qabeenya qabaatu illee bara dheeraa hin jiraatu;

13 Wanni namoota ofitti amanatanii fi

14 Isaan akkuma hoolaa duʼaaf ramadamaniiru;

15 Waaqni garuu lubbuu koo humna siiʼool jalaa baasa;

16 Yommuu namni tokko sooromu,

17 Inni yommuu duʼutti waanuma tokko illee fudhatee hin deemuutii;

18 Inni bara jireenya isaa lubbuu isaa eebbisu iyyuu,

19 inni gara dhaloota abbootii isaa,

20 Namni badhaadhaan hubannaa hin qabne,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado