Salmos 50

GAZ

1 Waaqayyo, Humna Qabeessi dubbatee

2 Xiyoon ishee miidhaginni ishee

3 Waaqni keenya ni dhufa; hin calʼisus;

4 Inni saba isaatti muruuf jedhee,

5 “Qulqulloota koo warra aarsaadhaan na wajjin kakuu galan,

6 Samiiwwan qajeelummaa isaa ni labsu;

7 “Yaa saba ko, nan dubbadhaatii dhagaʼi;

8 Ani aarsaa keetiif sitti hin dheekkamu;

9 Ani dallaa kee keessaa korma,

10 Bineensi bosonaa hundinuu,

11 Ani simbirroota tulluuwwan irraa hunda beeka;

12 Ani utuun beelaʼee iyyuu sitti hin himadhu ture;

13 Ani foon korommii nan nyaadhaa?

14 “Aarsaa galataa Waaqaaf dhiʼeessi; wareega kee illee

15 guyyaa rakkinaa na waammadhu;

16 Waaqni garuu nama hamaadhaan akkana jedha:

17 Ati adaba koo ni jibbita;

18 Ati yoo hattuu argite isa michuu godhatta;

19 Ati afaan kee waan hamaa dubbachuuf itti fayyadamta;

20 Ati teessee obboleessa kee hamatta;

21 Ati waan kana hunda hojjetteerta; ani immoo inuma calʼise;

22 “Isin warri Waaqa irraanfattan waan kana hubadhaa;

23 Namni aarsaa galataa dhiʼeessu ulfina naa kenna;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado