1 Magaalaa Waaqa keenyaa keessatti,
2 Tulluun Xiyoon gara kaabaatti argama;
3 Waaqni daʼannoo ishee keessa jira;
4 Mootonni humna walitti daratanii
5 Isaanis ishee arganii dinqifatan;
6 Achittis akkuma muddama dubartii ciniinsifattuutti,
7 Atis bubbee baʼa biiftuutiin
8 Akkuma dhageenye sana,
9 Yaa Waaqayyo, nu mana qulqullummaa kee keessatti,
10 Yaa Waaqayyo, galanni kee akkuma maqaa keetii
11 Sababii murtii keetiitiif,
12 Xiyoon irra naannaʼaa; naannoo ishee irras adeemaa;
13 Dhaloota itti aanutti akka himtaniif,
14 Waaqni kun bara baraa hamma bara baraatti Waaqa keenyaatii;