1 Ani obsaan Waaqayyoon nan eeggadhe;
2 Inni boolla sodaachisaa keessaa,
3 Innis faarfannaa haaraa,
4 Namni Waaqayyoon abdatu,
5 Yaa Waaqayyo Waaqa ko,
6 Ati aarsaa fi kennaa hin feene;
7 Yeroo sana ani akkana nan jedhe; “Ani kunoo ti; ani dhufeera;
8 Yaa Waaqa ko, ani fedhii kee raawwachuutti nan gammada;
9 Ani yaaʼii guddaa keessatti qajeelummaa nan labsa;
10 Ani qajeelummaa kee garaa koo keessa hin dhoksu;
11 Yaa Waaqayyo araara kee na hin dhowwatin;
12 Rakkinni hamma hin qabne na marseeraatii;
13 Yaa Waaqayyo, na fayyisuutti gammadi;
14 Warri lubbuu koo galaafachuu barbaadan hundinuu,
15 Warri, “Baga! Baga!” anaan jedhan,
16 Warri si barbaadan hundinuu garuu
17 Ani garuu hiyyeessaa fi rakkataa dha;