Salmos 41

GAZ

1 Namni hiyyeessaaf yaadu eebbifamaa dha;

2 Waaqayyo isa ni eega; bara jireenya isaas ni dheeressa;

3 Waaqayyo siree inni dhukkubsatee irra ciisu irratti isa kunuunsa;

4 Anis, “Yaa Waaqayyo na maari;

5 Diinonni koo hamminaan, “Inni yoom duʼee maqaan isaa

6 Namni tokko yeroo na gaafachuu dhufutti,

7 Warri na jibban hundinuu waaʼee koo walitti hasaasu;

8 Isaanis, “Dhukkubni hamaan isa qabateera;

9 Michuun koo inni natti dhiʼaatu,

10 Ati garuu yaa Waaqayyo na baasi;

11 Akka ati natti gammaddu ani beeka;

12 Ati sababii amanamummaa kootiitiif utubdee na qabda;

13 Waaqayyo Waaqni Israaʼel,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado