Salmos 34

GAZ

1 Ani yeroo hunda Waaqayyoon nan eebbisa;

2 Lubbuun koo Waaqayyoon boonti;

3 Na wajjin Waaqayyoof ulfina kennaa;

4 Waaqayyoon nan barbaaddadhe; innis deebii naa kenne;

5 Warri gara isaa ilaalan ni ifu;

6 Hiyyeessi kun ni iyye; Waaqayyos isa dhagaʼe;

7 Ergamaan Waaqayyoo naannoo warra Waaqa sodaatanii

8 Akka Waaqayyo gaarii taʼe mee miʼeeffadhaa ilaalaa;

9 Isin qulqulloonni isaa Waaqayyoon sodaadhaa;

10 Leenci saafelli iyyuu waa ni dhaba; ni beelaʼas;

11 Yaa ijoollee ko, kottaa na dhagaʼaa;

12 Namni jireenya jaallatu, kan bara gaarii arguudhaafis

13 Arraba kee waan hamaa irraa,

14 Hammina irraa deebiʼi; gaarii hojjedhu;

15 Iji Waaqayyoo qajeeltota irra jira;

16 yaadannoo isaanii lafa irraa balleessuudhaaf,

17 Qajeeltonni gargaarsaaf iyyatu; Waaqayyos isaan dhagaʼa.

18 Waaqayyo warra garaan isaanii cabetti dhiʼoo dha;

19 Rakkinni nama qajeelaa baayʼee dha;

20 lafee isaa hunda ni eega;

21 Hamoota hamminatu ajjeesa;

22 Waaqayyo lubbuu tajaajiltoota isaa ni fura;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado