1 Yaa qajeeltota, isin Waaqayyotti gammadaa;
2 Kiraaraan Waaqayyoon galateeffadhaa;
3 Faarfannaa haaraa isaaf faarfadhaa; ribuu haalaan rukutaa;
4 Dubbiin Waaqayyoo qajeelaadhaatii;
5 Waaqayyo qajeelummaa fi murtii qajeelaa jaallata;
6 Samiiwwan dubbii Waaqayyootiin hojjetaman;
7 Inni bishaan galaanaa akka tuullaatti walitti qaba;
8 Lafti hundi Waaqayyoon haa sodaatu;
9 Inni dubbateeraatii, wanni inni dubbate ni taʼe;
10 Waaqayyo marii sabootaa ni fashaleessa;
11 Karoorri Waaqayyoo garuu bara baraan, yaadni garaa isaas
12 Sabni Waaqayyo Waaqa isaaf taʼe,
13 Waaqayyo samii irraa gad ni ilaala;
14 inni teessoo isaa irra taaʼee,
15 inni garaa nama hundumaa uumu sun,
16 Mootiin baayʼina loltoota isaatiin duʼa hin oolu;
17 Fardi moʼannaadhaaf abdii gatii hin qabnee dha;
18 Garuu iji Waaqayyoo warra isa sodaatan irra,
19 inni lubbuu isaanii duʼa jalaa ni baasa;
20 Lubbuun keenya abdiidhaan Waaqayyoon eeggatti;
21 Garaan keenya isatti ni gammadaatii;
22 Yaa Waaqayyo, akkuma nu abdii keenya