1 Namni yakki isaa dhiifameef,
2 Namni Waaqayyo cubbuu itti hin lakkoofne,
3 Yeroo ani cubbuu koo himachuu dhiisetti,
4 Harki kee halkanii fi guyyaa natti ulfaateeraatii;
5 Ergasiis cubbuu koo sitti nan himadhe;
6 Kanaafuu namni amanamaan kam iyyuu,
7 Ati iddoo ani itti dhokadhuu dha;
8 Ani karaa ati irra deemtu irratti sin qajeelcha; sin barsiisas;
9 Isin akka farda yookaan gaangoo
10 Dhiphinni namoota hamoo baayʼee dha;
11 Yaa qajeeltota, isin Waaqayyotti gammadaa; ililchaas;