Salmos 35

GAZ

1 Yaa Waaqayyo, warra anaan mormaniin mormi;

2 Gaachanaa fi miʼa lolaa qabadhu;

3 Warra na ariʼanitti

4 Warri lubbuu koo barbaadan,

5 Akka habaqii qilleensaan fudhatamee haa taʼan;

6 Karaan isaanii dukkanaaʼaa fi mucucaataa haa taʼu;

7 Isaan sababii malee kiyyoo isaanii dhoksanii // na dura kaaʼaniiruutii;

8 utuu inni hin beekin badiisni isatti haa dhufu;

9 Yoos lubbuun ko, Waaqayyotti gammaddi;

10 Lafeen koo hundi akkana siin jedha:

11 Dhuga baatonni sobaa natti kaʼan;

12 Isaan qooda waan gaarii waan hamaa naa deebisu;

13 Ani garuu yeroo isaan dhibamanitti, // wayyaa gaddaa nan uffadhe;

14 ani akkuma waan michuu kootiif yookaan obboleessa kootiif gadduutti,

15 Isaan garuu yeroo ani gufadhetti gammadanii walitti qabaman;

16 Isaan akkuma warra Waaqatti hin bulleetti hamminaan natti qoosan;

17 Yaa Gooftaa, ati hamma yoomiitti calʼistee ilaalta?

18 Ani wal gaʼii guddaa keessatti sin galateeffadha;

19 Warri akkasumaan diina natti taʼan natti hin gammadin;

20 Isaan nagaa hin dubbatan;

21 Isaanis, “Baga! Baga! Ijuma keenyaan isa argine”

22 Yaa Waaqayyo, ati waan kana argiteerta; hin calʼisin.

23 Yaa Waaqa koo fi Gooftaa ko, ati mirga kootiif,

24 Yaa Waaqayyo Waaqa ko,

25 Akka isaan, “Baga! Akkuma nu barbaanne taʼeera!” jedhan,

26 Warri dhiphina kootti gammadan hundinuu

27 Warri qajeelumma koo jaallatan,

28 Arrabni koo qajeelummaa kee,

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado