1 Yaa Waaqayyo, ani lubbuu koo gara keetti
2 Yaa Waaqa koo ani sin amanadha.
3 Namni si eeggatu tokko iyyuu
4 Yaa Waaqayyo, karaa kee na argisiisi;
5 ati Waaqa Fayyisaa koo waan taateef,
6 Yaa Waaqayyo, araara keetii fi jaalala kee yaadadhu;
7 Cubbuu afaan kootii
8 Waaqayyo gaarii dha; tolaadhas;
9 Warra gad of qaban waan qajeelaa taʼeen geggeessa;
10 Karaan Waaqayyoo hundinuu
11 Yaa Waaqayyo, cubbuun koo guddaa taʼu iyyuu
12 Namni Waaqayyoon sodaatu eenyu?
13 Lubbuun isaa badhaadhummaadhaan jiraatti;
14 Waaqayyo icciitii isaa warra isa sodaatan duraa hin dhoksu;
15 Iji koo yeroo hunda gara Waaqayyoo ilaala;
16 Gara kootti garagali; garaas naa laafi;
17 Yaaddoon garaa kootii baayʼateera;
18 Dhiphina kootii fi rakkina koo ilaali;
19 Akka diinonni koo baayʼatan,
20 Lubbuu koo eegi; na oolchis;
21 Waan ani si eeggadhuuf, amanamummaa fi
22 Yaa Waaqayyo, rakkina isaa hundumaa keessaa