Salmos 26

GAZ

1 Yaa Waaqayyo, sababii ani jireenya hirʼina

2 Yaa Waaqayyo, qoriitii na ilaali;

3 jaalalli kee kan hin geeddaramne sun ija koo dura jiraatii;

4 Ani warra nama gowwoomsan wajjin hin taaʼu,

5 ani waldaa warra hammina hojjetanii nan jibba;

6 Yaa Waaqayyo, ani harka koo qulqullummaadhaan nan dhiqadha;

7 Faarfannaa galataa guddisee nan faarfadha;

8 Yaa Waaqayyo, mana ati keessa jiraattu,

9 Lubbuu koo cubbamoota wajjin, jireenya koos

10 warra harka isaanii keessa karoorri jalʼinaa jiru

11 Ani garuu jireenya hirʼina hin qabne nan jiraadha;

12 Miilli koo lafa wal qixxee irra dhaabata;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado