1 Laftii fi wanni lafa irra jiru hundinuu,
2 inni galaanota irratti ishee hundeesseeraatii;
3 Eenyutu tulluu Waaqayyootti ol baʼa?
4 Nama harka qulqulluu fi garaa qulqulluu qabu,
5 Inni Waaqayyo biraa eebba,
6 Dhaloonni kun dhaloota warra isa barbaadanii ti;
7 Yaa karroota nana, mataa keessan ol qabadhaa;
8 Mootiin ulfinaa kun eenyu?
9 Yaa karroota nana, mataa keessan ol qabadhaa;
10 Mootiin ulfinaa kun eenyu?