1 Waaqayyo tiksee koo ti; ani homaa hin dhabu.
2 Inni marga lalisaa keessa na boqochiisa;
3 inni lubbuu natti deebisa.
4 Ani yoon sulula gaaddisa duʼaa keessa deeme illee
5 Ati utuma diinonni koo ilaalanuu
6 Dhugumaan gaarummaan keetii fi araarri kee,