1 Yaa Waaqa ko, yaa Waaqa ko, ati maaliif na dhiifte?
2 Yaa Waaqa ko, ani guyyaa guyyaa sittin iyyadha;
3 Ati garuu Qulqullicha teessoo irra taaʼuu dha;
4 Abbootiin keenya si amanatan;
5 Isaan sitti iyyatan; ni fayyifamanis;
6 Ani garuu raammoodha malee nama miti;
7 Warri na argan hundinuu natti kolfu;
8 Akkanas jedhu; “Inni Waaqayyoon amanata;
9 Ati garuu gadameessa keessaa na baafte;
10 Ani gaafan dhaladhee jalqabee sirratti nan gatame;
11 Ati narraa hin fagaatin;
12 Korommiin baayʼeen na marsu;
13 Isaanis akka leenca beelaʼee aaduu
14 Ani akkuma bishaaniitti nan dhangalaafame;
15 Jabinni koo akka qiraacii goge;
16 Saroonni na marsaniiru;
17 Ani lafee koo hunda lakkaaʼuu nan dandaʼa;
18 Isaan wayyaa koo hiratan;
19 Yaa Waaqayyo, ati garuu narraa hin fagaatin;
20 Lubbuu koo goraadee jalaa,
21 Afaan leencaa jalaa na miliqsi;
22 Maqaa kee obboloota kootti nan labsa;
23 Isin warri Waaqayyoon sodaattan isa jajadhaa!
24 Inni dhiphina nama dhiphatee hin tuffanne
25 Galanni ani yaaʼii guddaa irratti siif galchu si biraa dhufa;
26 Hiyyeeyyiin nyaatanii quufu;
27 Handaarri lafaa hundinuu ni yaadata;
28 mootummaan kan Waaqayyootii;
29 Sooreyyiin lafaa hundinuu ni nyaatu; ni waaqeffatus;
30 Dhaloonni dhufu isa tajaajila;
31 Sababii inni waan kana hojjeteef,