1 Yaa Waaqi, ani kooluu sitti galeeraatii,
2 Anis Waaqayyoon, “Ati Gooftaa koo ti;
3 Qulqulloonni lafa irraa garuu ulfina qabeeyyii dha;
4 Warra waaqota tolfamoo duukaa buʼan,
5 Waaqayyo qooda dhaala kootii fi qooda xoofoo koo ti;
6 Funyoon daangaa iddoo gaarii naa buʼeera;
7 Waaqayyo isa na gorsu sana ani nan jajadha;
8 Ani yeroo hunda fuula koo duraa Waaqayyoon qaba.
9 Kanaaf garaan koo ni gammada; arrabni koos ni ililcha;
10 ati siiʼool keessatti na hin dhiiftuutii,
11 Ati karaa jireenyaa na barsiifta; fuula kee durattis