1 Haalleluuyaa.
2 Ergamoonni isaa hundinuu isa galateeffadhaa;
3 Aduu fi jiʼi isa galateeffadhaa;
4 Samiiwwan samii isa galateeffadhaa;
5 Isaan maqaa Waaqayyoo haa galateeffatan;
6 Inni bara baraa hamma bara baraatti isaan dhaabeera;
7 Uumamawwan galaanaatii fi tuujubawwan hundi,
8 bakakkaa fi dhagaan cabbii, cabbii fi duumessi,
9 tulluuwwanii fi gaarran hundinuu,
10 bineensonnii fi loon hundinuu,
11 mootonni lafaatii fi saboonni hundinuu,
12 dargaggoonnii fi shamarran,
13 Maqaan isaa qofti ol ol jedheeraatii,
14 Inni saba isaatiif gaanfa ol kaaseera;