Salmos 147

GAZ

1 Haalleluuyaa.

2 Waaqayyo Yerusaalemin ni ijaara;

3 Warra garaan cabe ni fayyisa;

4 Inni baayʼina urjiiwwanii ni beeka;

5 Gooftaan keenya guddaa dha; humni isaas jabaa dha;

6 Waaqayyo warra gad qabaman ni jiraachisa;

7 Galata galchaa Waaqayyoon faarfadhaa;

8 Inni samiiwwani duumessaan haguuga;

9 Horiidhaaf waan isaan dheedan,

10 Inni jabina fardaatti hin gammadu;

11 Waaqayyo warra isa sodaatanitti,

12 Yaa Yerusaalem, Waaqayyoon galateeffadhu;

13 Inni danqaraa karra keetii ni jabeessaatii;

14 Daarii keetiif nagaa kenna;

15 Inni ajaja isaa gara lafaatti ni erga;

16 Inni cabbii akkuma suufiitti diriirsa;

17 Dhagaa cabbii akkuma cirrachaa gad darbata.

18 Inni dubbii isaa ergee isaan baqsa;

19 Inni dubbii isaa Yaaqoobitti,

20 Waan kana saba biraa tokkoof iyyuu hin goone;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado