Salmos 144

GAZ

1 Waaqayyo kattaa koo,

2 Inni Waaqa na jaallatuu fi daʼoo koo ti;

3 Yaa Waaqayyo, akka ati waaʼee isaa yaadduuf, namni maali?

4 Namni akkuma qilleensa shuf jedhee darbuuti,

5 Yaa Waaqayyo, samiiwwan kee tarsaasii gad buʼi;

6 Bakakkaa ergiitii diina bittinneessi;

7 Ol gubbaadhaa harka kee gad hiixadhuutii

8 warra afaan isaanii sobaan guutame,

9 Yaa Waaqi, ani faarfannaa haaraa siif nan faarfadha;

10 isa moototaaf moʼannoo kennuuf, isa garbicha isaa Daawitin

11 Harka Ormootaa duraa,

12 Ilmaan keenya dargaggummaa isaanii keessatti,

13 Gombisaawwan keenya,

14 loon keenya haa dorroban hin gatatin

15 Warri eebbi kun taʼeef haa gammadan;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado