Salmos 143

GAZ

1 Yaa Waaqayyo, kadhannaa koo naa dhagaʼi;

2 Ati garbicha kee murtiitti hin dhiʼeessin;

3 Diinni lubbuu koo ariʼachaa jiraatii;

4 Kanaafuu hafuurri koo na keessatti gaggabeera;

5 Ani guyyoota durii nan yaadadha;

6 Harka koo gara keetti nan diriirfadha;

7 Yaa Waaqayyo, dafii deebii naa kenni;

8 Ani waanan si amanadheef,

9 Yaa Waaqayyo, ani akka ati na dhoksituuf // sitti nan baqadhaatii,

10 Ati sababii Waaqa koo taateef,

11 Yaa Waaqayyo, maqaa keetii jedhiitii lubbuu koo jiraachisi;

12 Ati sababii na jaallattuuf diinota koo fixi;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado