1 Yaa saba qaanii hin qabne,
2 utuu yeroon murtaaʼe sun gaʼee
3 Isin garraamonni lafaa
4 Gaazaan duwwaa hafti;
5 Yaa Kereetota qarqara galaanaa jiraattan,
6 Biyyi qarqara galaanaa,
7 Innis handhuuraa hambaa mana Yihuudaa taʼa;
8 “Ani arrabsoo Moʼaabii fi
9 Kanaafuu akkuma ani dhugumaan jiraataa taʼe sana”
10 Kun gatii isaan of tuulummaa isaaniitiif argatanii dha;
11 Waaqayyo yeroo waaqota biyyattii hunda barbadeessutti,
12 “Yaa warra Itoophiyaa
13 Inni kaabatti harka ol fudhata;
14 Bushaayee fi loon,
15 Kun magaalaa of hin eegganne