Sofonias 1

GAZ

1 Dubbiin Waaqayyoo kan bara Yosiyaas ilmi Aamoon mootii Yihuudaa ture keessa gara Sefaaniyaa ilma Kuushii, ilma Gedaaliyaas, ilma Amariyaa, ilma Hisqiyaas dhufe kanaa dha:

2 “Ani fuula lafaa irraa

3 “Ani namaa fi horii haxaaʼee nan balleessa;

4 “Ani Yihuudaa fi warra Yerusaalem keessa

5 warra raayyaa samii waaqeffachuuf

6 warra Waaqayyoon duukaa buʼuu dhiisanii duubatti deebiʼan,

7 Guyyaan Waaqayyoo waan dhiʼaateef

8 “Guyyaa aarsaa Waaqayyootti

9 Ani gaafas warra buusaa irra utaalan,

10 Waaqayyo akkana jedha;

11 Isin warri Makteesh keessa jiraattan wawwaadhaa;

12 Ani yeroo sana Yerusaalemin ibsaadhaan nan sakattaʼa;

13 Qabeenyi isaanii ni saamama;

14 Guyyaan Waaqayyoo guddichi dhiʼaateera;

15 Guyyaan sun guyyaa dheekkamsaa,

16 magaalaawwan dallaa jabaa qabanii fi

17 “Sababii isaan Waaqayyootti cubbuu hojjetaniif,

18 Guyyaa dheekkamsa Waaqayyootti

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado