1 Magaalaa cunqursitootaa,
2 Isheen nama tokkoof iyyuu hin ajajamtu;
3 Qondaaltonni ishee leenca aaduu dha;
4 Raajonni ishee of tuultota;
5 Waaqayyo inni ishee keessa jiru qajeelaa dha;
6 “Ani saboota nan balleessa;
7 Ani magaalaa sanaan,
8 Kanaafuu guyyaa ani itti dhugaa baʼu eeggadhu”
9 “Ergasii ani akka hundi isaanii // maqaa Waaqayyoo waammataniif,
10 Warri anaaf sagadan,
11 Sababii ani warra of tuulummaa isaaniitti gammadan
12 Ani garuu garraamotaa fi
13 Hambaan Israaʼel
14 Yaa Intala Xiyoon ati faarfadhu;
15 Waaqayyo adaba kee sirraa fuudheera;
16 Isaan gaafas
17 Waaqayyo Waaqni kee
18 “Ani gadda ati ayyaanota murteeffamaniif gadditu
19 Ani yeroo sanatti
20 Ani yeroo sanatti walittin isin qaba;