1 Ogummaan mana ishee ijaarratte;
2 Isheen horii qalattee daadhii wayinii ishee bulbulatte;
3 Tajaajiltoota ishee dubarran ergattee
4 Isheen warra qalbii hin qabneen akkana jetti;
5 Kottaatii nyaata koo nyaadhaa;
6 Karaa gowwummaa keessanii sana dhiisaatii jiraadhaa;
7 “Namni nama namatti qoosu gorsu kam iyyuu ni arrabsama;
8 Ati nama namatti qoosu hin ifatin; inni si jibbaatii;
9 Nama ogeessa gorsi; inni ittuma caalchisee ogeessa taʼaa;
10 “Waaqayyoon sodaachuun jalqaba ogummaa ti;
11 Karaa kootiin barii jireenya keetii ni dheerata;
12 Yoo ati nama ogeessa taate, ogummaan kee si badhaasa;
13 Dubartiin gowwaan oduu baayʼifti;
14 Isheen balbala mana ishee dura,
15 warra achiin darban, kanneen qajeelanii
16 Isheen warra qalbii hin qabneen akkana jetti.
17 Bishaan hatan ni miʼaawa;
18 Isaan garuu akka warri duʼan achi jiran,