Provérbios 8

GAZ

1 Ogummaan hin iyyuu?

2 Isheen qarqara karaa, lafa ol kaʼaa irra,

3 karra magaalaatti nama galchu bira,

4 “Yaa namoota, ani iyyeen isin waama;

5 Isin warri homaa hin beekne, qalbii horadhaa;

6 Ani waan faayidaa qabu nan dubbadhaatii, dhagaʼaa;

7 Afaan koo dhugaa dubbata;

8 Dubbiin afaan koo hundinuu qajeelaa dha;

9 Nama waa hubatuuf dubbiin koo hundinuu qajeelaa dha;

10 Qooda meetii gorsa koo,

11 ogummaan lula diimaa caalaa gatii guddaa qabdii;

12 “Ani ogummaan, qalbii wajjin nan jiraadha;

13 Waaqayyoon sodaachuun jibbuu dha;

14 Gorsaa fi murtiin dhugaa kan koo ti;

15 Mootonni anaan moʼu;

16 Ilmaan moototaa anaan bulchu;

17 Ani warra na jaallatan nan jaalladha;

18 Soorumnii fi ulfinni, qabeenyii fi

19 Iji koo warqee qulqulluu caala;

20 Ani karaa qajeelummaa irra,

21 warra na jaallatutti qabeenya nan dhangalaasa;

22 “Waaqayyo waan bara durii hojjeteen dura,

23 ani utuu addunyaan hin uumamin dura,

24 Ani utuu tuujubni hin jiraatin,

25 utuu tulluuwwan iddoo isaanii hin dhaabamin dura,

26 utuu inni lafa yookaan dirree ishee

27 Yeroo inni samiiwwan hundeessetti,

28 yeroo inni gubbaatti duumessa jabeessee dhaabee

29 yeroo inni akka bishaanonni ajaja isaa hin cabsineef jedhee,

30 Yeroo sanatti ani ogeessa hojii harkaa taʼee isa biran ture.

31 ani guutummaa addunyaa isaa keessatti ililchaa,

32 “Eegaa yaa ilmaan ko, mee na dhagaʼaa;

33 Gorsa koo dhaggeeffadhaatii ogeeyyii taʼaa;

34 Namni na dhagaʼu,

35 Namni na argatu kam iyyuu jireenya argata;

36 Namni na hin arganne garuu ofuma miidha;

Ler em outra tradução

Comparar lado a lado