1 Yaa ilma ko, dubbii koo eegiitii
2 Ajaja koo eegi, ati ni jiraataatii;
3 Quba keetti isaan hidhadhu;
4 Ogummaan, “Ati obboleettii koo ti” jedhi;
5 isaan sagaagaltuu irraa, niitii kashlabbee dubbii isheetiin
6 Ani foddaa mana koo biraa keessaan,
7 Ani warra homaa hin dandeenye keessatti,
8 Innis karaa mana ishee dhaqu qabatee
9 Kunis yeroo aduun dhiitee lafti dimimmisaaʼaa turetti,
10 Dubartiin tokko akka sagaagaltuutti uffattee
11 Isheen iyyituu fi kashlabbee dha;
12 takka daandii irratti, takka oobdii irratti,
13 Isheen qabdee isa dhungatti;
14 “Ani aarsaa nagaa dhiʼeessuun qaba;
15 Kanaafuu ani si simachuufin gad baʼe;
16 Ani wayyaa bareedduu quncee talbaa irraa hojjetame kan Gibxii dhufeen,
17 Ani qumbiin, argeessaa fi qarafaan
18 Kottu mee hamma bariitti gad fageenya jaalalaa walii wajjin dhugnaa;
19 Dhirsi koo mana hin jiru;
20 Inni boorsaa isaa maallaqaan guuttatee deeme;
21 Isheen dubbii miʼooftuudhaan karaa irraa isa jalʼifte;
22 Innis akkuma sangaa qalamuuf deemuutti,
23 akkuma simbira kiyyootti ariifattuutti,
24 Egaa yaa ilmaan ko, na dhaggeeffadhaa;
25 Akka garaan kee karaa isheetti garagalu hin godhin;
26 Namoonni hedduun warra isheen lafaan dhooftee dha;
27 Manni ishee karaa qileetti nama geessu,